CPJn Itoophiyaan Gazexeessota Tibbana Hiite Atattamaan Akka Gaddiistu Gaafate

Loogo CPJ (Koree mirga gaazexeessotaatii dhaabbate)

Loogo CPJ (Koree mirga gaazexeessotaatii dhaabbate)

Gabaasni Koreen mirga gaazexeessotaatii dhaabbate (CPJ) bara 2015 baase Itoophiyaan biyyota odeeffannoo saansuurii godhaan keessaa afraffaa, biyyoota Afrikaa gaazexeesoota baayyinaan hidhaatti naquudhan beekkaman keessaa immoo 3ffaa dha jedha

Ibsa kaleessa baseenis CPJn, “hoggantoonni biyyattii gaazexeessotaa fi biloogaroota guuraanii hidhuun isaanii bayyee nu yaaddeessa jira,” jechee mootummaan mirga yaada walabaan ibsachuu han akka addunyaatti mirga dhala namaa waliigalaa ta’e lammiwwan isaati aka eegu gaafata.

Ethiopian newspaper editor, bloggers caught in worsening crackdown – http://cpj.org/x/6a76 

Photo published for Ethiopian newspaper editor, bloggers caught in worsening crackdown

Ethiopian newspaper editor, bloggers caught in worsening crackdown

Nairobi, November 17, 2016–Ethiopia should immediately release all journalists detained amid an intensifying crackdown on the media, the Committee to Protect Journalists said today. In recent weeks,…

cpj.org

Koreen mirga gaazexeesatti falmuudhaa dhabbatee kun, gaazexeessaa Abdii Gadaa dabalatee dhimma biloogeroota garee Zoon Naayinii tibbana debi’anii hidhamanii fi as buuteen dhabamee irratti xiyyeeffata.

Gaazexeessaan Tivii OBS, Abdii Gadaa erga Sadaasa 9, 2016tii as buuteen isaa dhabamuu fi maatiin isaa hidhamu hin oluu jedhanii shakkuu ibsi CPJ kaleessaa eeruus, Raadiyoon Sagalee Amerikaa Abdiin magaala Adaamaa buufata poolisii tokkotti hidhamee jirachuu harraa qulquleeffateera.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

https://OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

burqahobo

A fine WordPress.com site

Master thesis: I see you there!

Developing Identity-Preserving Embodied Interaction for Museum Exhibits

bakkalcha.wordpress.com/

Bakkalcha Oromoo 2.0 - OROMIYAA SHALL BE FREE!

Ambo The Sprit of Oromia

Ambo Ambaa Lafaa

Oromiyaa National Social Movement

Just another WordPress.com weblog

Oolma Jimmaa Daily Blog's

Oduu Oolma Siyaasa Dinagde Hawwasumma fi Aaddaa Jimma Oromiyaa fi Itiyoophiyaa argachuf.

%d bloggers like this: