Qabeenyi TPLF gara birrii miliyoona 30 olii shalagamu WBOn barbadaawe.

#WBO
WBO

MUDDE 02,2016) Gootichi Humna Addaa WBO Awaash Guyyaa Har’aa Mudde 02,2016 Tarkaanfii Cululuqaa Meeshaalee Interneeta Basaasu Mootummaan Wayyaanee Biyya Seensifataa Ture Irratti Fudhateen Daaraa Taasise.

Irree fi Gaachana ummata Oromoo kan ta’e WBOn, Humni Addaa Awaash har’a Mudde 02,2016 meeshaa Interneta, e-mailii, Facebook fi media hawaasaa kaan ummata Oromoo dabalatee ummatootni biyyattii ittiin fayyadaman ittiin basaasuuf mootummaan wayyaanee biyya Chaayinaa irraa bitee Jibuutii irraan galfataa ture Dawwallee irraa ka’ee osoo hin fagaatin haxxeen haleelee guutuutti barbadeessuun injifannoo cululuqaa qabsoo bilisummaa Oromoof galmeessee jira.

Konkolaataan kontineeraan meeshaa kana baatee deemaa ture lakkoobsi gabatee kontineerichaa ET 39081 fi ET 37013 oggaa ta’u, meeshaan barbadeeffame kun maallaqatti oggaa shallagamu gara birrii miliyoona 30 olii akka ta’us ibsameera.

Lammiiwwan Chaayinaa 3 fi konkolaachisaa tokko dabalatee namootni 4 konkolaataa kana waliin turan akka du’anis gabaafameera.

Gootichi Humna Addaa WBO Mudde 1,2016 Aashaa Dawwalleetti Ajajaa Komandpostii wayyaanee kan ta’e Ajajaa 100 Haayilee Abarraa jedhamu irratti tarkaanfii fudhateen ajjeesuun isaa ni yaadatama.

Sadaasa 30,2016 halkan keessaa sa’aa 4:30tti humna waraana wayyaanee Agaazii jedhamu kan Awaash irraa ka’ee gara kaampii Chaayinaa jedhamu deemaa ture haleeluun 13 yeroo ajjeesu, 20 ol ammoo madeessuun injifannoo boonsaa galmeessuun isaas kan yaadatamuu dha.

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

burqahobo

A fine WordPress.com site

Master thesis: I see you there!

Developing Identity-Preserving Embodied Interaction for Museum Exhibits

bakkalcha.wordpress.com/

Bakkalcha Oromoo 2.0 - OROMIYAA SHALL BE FREE!

Ambo The Sprit of Oromia

Ambo Ambaa Lafaa

Oromiyaa National Social Movement

Just another WordPress.com weblog

Oolma Jimmaa Daily Blog's

Oduu Oolma Siyaasa Dinagde Hawwasumma fi Aaddaa Jimma Oromiyaa fi Itiyoophiyaa argachuf.

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK MEDIA

%d bloggers like this: