Dr. Mararaan Kan Hidhaman Labsii Yeroo Hatattamaa Cabsanii Miti Waan Ta’eef Hatattamaan Haa Hiikaman: Gamtaa MEDREK

Faayilii - Hoggantoota Paartii Tokkummaa Federaalawaa Dimokraasummaa MEDREK ibsa yeroo kennanan, Finfinnee, Muddee23, 2015

Faayilii – Hoggantoota Paartii Tokkummaa Federaalawaa Dimokraasummaa MEDREK ibsa yeroo kennanan, Finfinnee, Muddee23, 2015

Paartiin tokkummaa Federaalawaa dimokraasummaa MEDREK Dr. Mararaa Guddnaa hatattamaan hidhaa dhaa akka gad dhiisamanii fi mootummaan paartilee mormituu waliin mari’achuu akka jalqabu gaafate. Sababaan Dr. Mararaan hidhamaniif sababaa fudhatama hin qabne, walii galtee mootummaa wlaiin irra ga’ame illee ka cabsu jedhee jira. Hidhamuun Dr. Mararaas nagaa fi tasgabbii biyyattii balaa irra buusuu ka danda’u ta’uu isaa illee yaaddoo qabu gamtaan MEDREK ibsa barreeffamaan Kamisa har’aa baaseen beeksisee jira.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

%d bloggers like this: