Godina Booranaa ijoollee magaalaa Hiddi-Lolaa keessatti hidhan haga tokko ganamuma tokko mana hidhaatii ‘dhaban’

Oromia map

Oromia map

Hiddii-lolaa magaalaa godina Booranaa aanaa Miyoo keessa jirtu. Moyyaleen walti dhiyaattii gara daarii Keenyaa gula jirti.

Akka jarii achii dubbifne jedhutti Hiddii-Lolaatii fi Mooyyalee nama hedduu hidhan. Ijoollee mana hidhaa Hidditti hidhan keessaa nama lama Galgaloo Jilootii fi Milkii Tulluu guyyaa sadiin duratti mana hidhaatii dhaban.

Maatiilleen ijoollee isaanii eessa akka geessan poolisii gaafate nama akka dansaa diidessee itti himu dhaban jedhan.

Hiddii keessaa fulaa hedduutti namii hidhanii nama hidhan gargariiyyuu hin akka jarii achii dubbifne jedhutti.

Akka bulchaan aanaa Miyoo obboo Jemberuu Aberraa jedhutti ammoo aanaa isaanii amma dhiisii gaafa akka jecha isaatti hiriira jeequmsaa kaaniiyyuu namii hidhame hin jiru.

Namii yakka gara garaatii hidhame jiraachuu dandahaa taatullee namii waayee nagaatiin walqabate hidhame hin jiru akka jecha bulchaa aanaa Miyootti.

Jiraattotii ammoo aanaa magaalaa Hiddii-Lolaatii fi gama Mooyyalee keessallee namii waan hidhaniifillee hin beekamne hedduutti hidhamee haga tokko ya Nageellee Booranaalleetti dabarsan

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

Islamicdawa

Baga nagaan dhuftan! hunda dura galanni daangaa hin qabne Rabbiif hata'u.

OROMO TECH

ORO CYBER WIKI

Jemal Ahmed

Oromo nationalist

Upvoted

The official Reddit blog

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

http://WWW.OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

%d bloggers like this: