Prizidaantiin Ameerikaa Jijjiiramuun Imaammata Isheen Itiyoophiyaaf Qabdu Hin Jijjiiru:Mormitoota

Faayilii - Hoggantoota gamtaa Medrekii

Faayilii – Hoggantoota gamtaa Medrekii

Paartii biyya bulchu IHADEG fi mootummaa dhiittaa mirga namaa fi waltajjii siyaasaa dhiphisuun kan himatan gareeleen mormitootaa michoota kan akka US irraa waa hedduu eegu. US paartii biyya bulchu waliin michummaa walitti dhiyeenya qabutti fayyadamuun dhiibbaa gochuu dandeessi jechuun amanu mormitoonni kun.

Gumaacha US kan isaan ittiin madaalan malli tokkos dhiibbaa isheen mootummaa irra keessuun akka ta’e illee ibsaniiru. Profeeser Beyyenee peexroos miseensa paarlaamaa kan turan miseensota mormitootaa keessaa kan yeroo dheeraaf tajaajilan isa dura yoo ta’an yeroo ammaa gamtaa Medrekiif dura taa’aa dha.

Itiyoopiyaan michummaa farra shororkeessummaa US waliin qabdu kan torban lama booda aangoo Obaamaa harkaa fuudhan bara bulchiinsa Trump cimee itti fufa jedheen yaada jedhan profeesor Beyyeneen.

Gabaasa sagalee kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

%d bloggers like this: