Dubbi Himaan Pirezidaant Puutiin Himannaan Yunaayitd Iteets Raashiyaa Irratti Dhiheesite ‘Dhugaa Irraa Kan Fagaate’ Jechuudhan Balaaleffatan

Faayilii - Dubbi-himaa pireezdaantii Raashiyaa Dimitirii Peskoov

Faayilii – Dubbi-himaa pireezdaantii Raashiyaa Dimitirii Peskoov

Dhaabbatni basaasaa Yunaayitid Isteets, Raashiyaan dhimma filannoo prezidaantummaa Yunaayitid Isteets keessa seentee, akka Doonaald Traamp filataman gargaartee jirti – jechuu isaa, Mootummaan Raashiyaa oduu hundee hin qabnee fi oguma-dhablee, jechuudhaan balaaleffatee jira.

Dubbi-himaan Kireeminliin – Dimitirii Peskoov, har’a ibsa kennaniin, “himannaa hundee hin qabne, kan homaa of keessaa hin qabne, kan oguma deemsa hojii naga-eegumsa of keessaa hin qabnee yokaan how’a qalbiitiin kaka’e dhihaate” jedhan.

Himannaalee akka kanaa nuffinee jirra illee – jedhanii jiran.

Hawaasni tika-nagaa Yunaayitid Isteets, “Prezidaantiin Raashiyaan – Vilaadmir Puutin, deemsa filannoo dimookiraasumama Yunaayitid Isteets cabsuuf jecha, duula kana ofumaa ajajuu isaanii ofitti-amantaa cimaa qabna – jechuun eega dubbatee booda, gama mootummaa Raashiyaa irraa deebiin dhaga’amuun kun isa duraa ta’uu isaa ti

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

aussiebirder

Welcome to the appreciation of Australian birds and the love of birdwatching, sharing bird sightings, photographs, personal experiences and helpful information.

Ethiopian Think Thank Group

ዕውቀት ነፃ ያወጣል!

ኢትዮአዲስስፖርት | Ethioaddissport

የሃገር ውስጥና የውጭ ሃገራት የስፖርት ድረገፅ

SOMA HELSINKI

digitaalinen markkinointi | sisältömarkkinointi

LeoS2go

Tehostaa liiketoimintaprosesseja

Kennel Miklaus

Tavoitteeni ovat ennen kaikkea luonteessa ja terveydessä

Siifsiin

Bringing Afaan Oromo literature

wanofitioromia

https://wanofitioromia.com

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

https://WWW.OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Islamicdawa

Baga nagaan dhuftan! hunda dura galanni daangaa hin qabne Rabbiif hata'u.

OROMO TECH

ORO CYBER WIKI

Jemal Ahmed

Oromo nationalist

Upvoted

The official Reddit blog

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

aussiebirder

Welcome to the appreciation of Australian birds and the love of birdwatching, sharing bird sightings, photographs, personal experiences and helpful information.

Ethiopian Think Thank Group

ዕውቀት ነፃ ያወጣል!

ኢትዮአዲስስፖርት | Ethioaddissport

የሃገር ውስጥና የውጭ ሃገራት የስፖርት ድረገፅ

SOMA HELSINKI

digitaalinen markkinointi | sisältömarkkinointi

LeoS2go

Tehostaa liiketoimintaprosesseja

Kennel Miklaus

Tavoitteeni ovat ennen kaikkea luonteessa ja terveydessä

Siifsiin

Bringing Afaan Oromo literature

wanofitioromia

https://wanofitioromia.com

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

https://WWW.OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Islamicdawa

Baga nagaan dhuftan! hunda dura galanni daangaa hin qabne Rabbiif hata'u.

OROMO TECH

ORO CYBER WIKI

Jemal Ahmed

Oromo nationalist

Upvoted

The official Reddit blog

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

%d bloggers like this: