Harargee Bahaa Aanaa Gursum Araddaa Awudal keessatti Poolisii Oromiyaa Liyyu Polisiin dhayame tokko ummanni lubbu baraaruuf baadjatee deemutti.

Poolisotiif milishaan Oromiyaa kanneen oso ummata keessaniif biyya teessan Oromiyaa diina (Liyyu Poolisii) irra ittisif madooyttan, wareegamattan isiin Goota keenya ~ umman keenyas jajjabaadha waan dandeesaniin bira dhaabadha. Numaa ka walitti hubadhaa!!! Via Daraaraa Sabaa


Ammajjii 13/2017 yeroo miseensonni ABO fi Ummanni oromo Yaman guyyaa WBO ayyaanefatun irbuu QBO haarayomsan. Via Haji Badhaso
https://www.facebook.com/plugins/video.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fhaji.badhaso.3%2Fvideos%2F953397048093098%2F&show_text=1&width=560


https://www.facebook.com/plugins/post.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fseenessaa.qeerroo%2Fposts%2F794947897310108&width=500

Advertisements