Boombiin Dogoggoraa Kan Waraana Naayjeeriaa Baqattoota Galaafate

Boombiin Dogoggoraa Kan Waraana Naayjeeriaa Baqattoota Galaafate

Jeettiin waraanaa Naayjeeriaa dogoggoraan mooraa namoota nam maleeyyii haleeleen namoonn hedduu du’uun gabaasame.

Finxaaleyyii Boko Haraamiif kan male haleellaan kun mooraa baqattoota namoota biyyuma ofii keessatti garee leellistoota Kanaan qe’ee irraa buqa’anii haleeluu isaa angawoonni waraanaa beeksisaniiru.

Jiraattonni naannoo fi angawoonni Nigeria lakkoobsa namoota du’anii 100 ta’a jedhanii jiran

Advertisements