Mootummaa Prezidaant Traamp Ka Taayitaa Fudhataa Jiru Jalatti Gargaarsi Alaa Hagi Tokko Jijjiiramuu Mala


Mootummaa Prezidaant Traamp Ka Taayitaa Fudhataa Jiru Jalatti Gargaarsi Alaa Hagi Tokko Jijjiiramuu Mala

Mootummaa Prezidaant Traamp Ka Taayitaa Fudhataa Jiru Jalatti Gargaarsi Alaa Hagi Tokko Jijjiiramuu Mala

Ka ministarummaa dhimma-alaa Yunaayitid Isteetsiif kaadhimaman – Rex Tilerson, yeroo qorannaa mirkaniif mana-mare murtii-seeraa Yunaayitid Isteets duratti dhihaatan, biyya isaanii Addunyaa irratti arjoominaan ol’aantuu taate – Yunaayitid Isteets irraa gargaarsi kennamu, mootummoota malaammaltummaan guutamaniin akka hin maqsamne yokaan akka hin hatamne maal akka godhan miseensota mana-mareen gaafatamanii turan.

Donaald Traampii fi mootummaa isaanii, gargaarsi alaaf kennan — mirga abbaa-qaabeenyaa, ol’aantummaa seeraa fi hojii farra-malaammaltummaa jajjabeessuutti ka fuuleffatu fakkaata.

Yeroo manni-maree lameenuu ol’aantummaa Ripablikaaniin geggeessamaa jiru kanantti – Kanneen jarreen amantiitti cichan aarsan – sagantaaleen gargaarsa argataa turan tokko tokko waan keessa deebi’amanii ilaalamuuf jiran fakkaata. Sagantaaleen akka karoora maatii fi wal’aansa fayyaa qaama dhaluu, kan ittisaa fi wal’aansa HIV/AIDSii gargaarsa argachuuu irratti yaaddoo tu jira – jedhu – xiinxaltoonni.

Garuu, kan amma taayitaa gad-lakkisuuf jiran – ministarri dhimma-alaa Yunaayitid Isteets – Joon Keerii, baajeta waggaa bara kanaa Biliyoona 34 caalaa ka barbaadan ta’uu dubbataa jira. Dargaggota balaa garee fiinxaaleessotoa amantii Islaamaan hawatamuu irraa oolchuuf, gargaarsa barnootaa kennuun barbaachisaa akka tahe dubbatan.

Mootummoota adda addaa keessatti, hojiiwwan dippiloomaasii, misoomaa fi gargaarsa biyyoota alaa paartiilee lameen biraa iyyuu deggersa argataa ture. Dantaa naga-eegumsaa fi dinagdee Ameerikaaf barbaachisoo waan ta’aniif gargaarsawan kun mootummaa dhufaa jiru jalatti illee itti fufa – jedhamee eegama.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

SOMA HELSINKI

digitaalinen markkinointi | sisältömarkkinointi

Kennel Miklaus

Tavoitteeni ovat ennen kaikkea luonteessa ja terveydessä

Siifsiin

Bringing Afaan Oromo literature

wanofitioromia

https://wanofitioromia.com

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

http://WWW.OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Islamicdawa

Baga nagaan dhuftan! hunda dura galanni daangaa hin qabne Rabbiif hata'u.

OROMO TECH

ORO CYBER WIKI

Jemal Ahmed

Oromo nationalist

Upvoted

The official Reddit blog

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

%d bloggers like this: