Aammajji 22,2017
Barruulee Qeerroon facaaseMormiin Oromiyaa keessatti ka’een wal qabatee barattoonni Yuunibarsiitoo hiirira mormii gaggeessitan jedhamuun Yunivarsiitooti Arbaa Minci kan kibba Itoophiyaa keessatti argamturraa barattoota danii hidhanii afur mana barnootaan ala gochuun isaanii ni yaadatama.Haa ta’uullee malee ammayyuu mirgi namoomaa nuu kabajamee kan jiraachaa hin jirree ol jennee ija keessa ilaaluuf qawween doorsifamuuf reebichi waan jutti danatuu haalli barachuu illee nutti ulfaatee jira.jechuun Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo ibsanii jiran.Adeemsi biyyattii keesatti qaroo uummata Oromoo barattoota Oromoorratti dalagamaa jiru akkaan nuffisiisaa saatii ta’e fincaan Tigireef jala deemtonnishee OPDOn kana booda nagaan baatee galuu akka hin qabnetti sochiin gama hundaan finiinuu qaba.

Advertisements