Muummichi-ministaraa Awustraaliyaa fi Pireezdant Doonaald Traamp Dhimma Baqatoottaa Irratti Telefoonaan Mar’atan

Prezidaantii Yunaayitid Isteets Doonald Traamp fi Muummichi-ministaraa Awustraaliyaa – Maayikil Turnbuul

Prezidaantii Yunaayitid Isteets Doonald Traamp fi Muummichi-ministaraa Awustraaliyaa – Maayikil Turnbuul

Muummichi-ministaraa Awustraaliyaa – Maayikil Turnbuul, waa’een haasawa telefoonaa Doonald Traamp fi isaan gidduutti geggeessamee eega wal-famsiisaa ta’ee turee booda, har’a ibsa kennaniin, Prezidaant Traamp akka telefoona gurra isaanii irratti hin cufiin dubbatan.

Baqattoota gurmuudhaan otuu gara Awustraaliyaatti imalanii karaatti qabaman deebisanii qubachiisuuf walii-galtee tolfame hojii irra oolchuuf illee Prezidaant cicha qabaachuu dubbatan.

Wali-galteen sun yeroo bulchiisna prezidaant Obaamaa ka tolfame yoo tahu, achii booda, prezidaat Traamp baqattoota Yunaayitid Isteetsitti simachuun yeroof akka rarraafamu ajaja hooggana ol’aanaa dabarsuu tu yaaddoo guddaa uume.

Garuu, nama sana galchuun walii-galtee ammaan dura Yunaayitid Isteets sadarkaa Addunyaatti mallatteessite hojii irra oolchuuf taanaan, dhimmi isaa addatti ilaalama – jedhanii turan – Traamp

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

Islamicdawa

Baga nagaan dhuftan! hunda dura galanni daangaa hin qabne Rabbiif hata'u.

OROMO TECH

ORO CYBER WIKI

Jemal Ahmed

Oromo nationalist

Upvoted

The official Reddit blog

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

http://WWW.OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

%d bloggers like this: