Oromiyaa Keessatti Gatiin Bittaa Zayita Nyaataa Haalaan Dabaluu Irraan Ummati Rakkachaa Jira.

img_20170207_145143Gurraandhala 8,2017/Mootummaan  abbaa irree Wayyaanee yeroo ammaammoo gatii Zayita nyaataa guutummaa Oromiyaa keessatti humnaa ol guddisuudhaan uummanni guutummaa biyyatti rakkoo fi muddama jabaa keessa seenaa jiraachuun himame.
Keessumaa yeroo ammaa goleewwan oromiyaa keessaa mootummaan Wayyaanee  Zayita nyaataa cirumaan dhiyeessuu waan dideef uummanni akka malee rakkachaa jiraachuun gabaafame.
Rakkoon kun guutummaa Oromiyaa keessatti bakka wal fakkaataatti raawwatamaa jiraachuun himame. Hanga ammaattis zayita nyaataa tuubboo abbaa 3 tokko hanga qarshii 160  bitnee fayyadamaa jirra jechuun uummanni golee Oromiyaa keessaa iyyataa jiran.
Isumaayyuu godinaalee oromiyaa keessaa bakka muraasa keessatti akka argamu zayitni nyaataa kun bakka heedduuti cirumaan dhabamuus jiraattonni komachaa jiraachuu qeerroon godinaalee oromiyaarraa gabaase. Sirni shiftummaa fi saamichaan duroome Wayyaaneen yeroo ammaa maqaa haadomsaan rakkoo uummataa furra jechuun hololaa fi sobaan uummata kijibaa yeroo jirutti uummanni garuu waan nyaatee buluyyuu dhabee rakkoo dhukkubaaf gidiraa jabaa keessa seenaa jiraachuunis addeeffame.
Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

aussiebirder

Welcome to the appreciation of Australian birds and the love of birdwatching, sharing bird sightings, photographs, personal experiences and helpful information.

Ethiopian Think Thank Group

ዕውቀት ነፃ ያወጣል!

ኢትዮአዲስስፖርት | Ethioaddissport

የሃገር ውስጥና የውጭ ሃገራት የስፖርት ድረገፅ

SOMA HELSINKI

digitaalinen markkinointi | sisältömarkkinointi

LeoS2go

Tehostaa liiketoimintaprosesseja

Kennel Miklaus

Tavoitteeni ovat ennen kaikkea luonteessa ja terveydessä

Siifsiin

Bringing Afaan Oromo literature

wanofitioromia

https://wanofitioromia.com

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

https://WWW.OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Islamicdawa

Baga nagaan dhuftan! hunda dura galanni daangaa hin qabne Rabbiif hata'u.

OROMO TECH

ORO CYBER WIKI

Jemal Ahmed

Oromo nationalist

Upvoted

The official Reddit blog

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

%d bloggers like this: