Haleellaa Moqaadishootti Kaleessa Dhaqabeen Namoonnii 39 Du’uun Bekkame

Suuqii haleellaa dhaqabeen barbadahee , Moqaadishoo, Guraandhala 19, 2017.

Suuqii haleellaa dhaqabeen barbadahee , Moqaadishoo, Guraandhala 19, 2017.

Aangawoonni Somaaliyaa, kaleessa, gabaa guddaa magaalaa Moqdishoo tokko keessatti konkolaataan dhuka’aan keessatti hidhame tokko dho’uu isaatiin yoo xiqqaate namoonni soddomni dhumuu isaanii fi kanneen kuma kuran hedduutti lakkaawaman madaa’uu beeksisanii jiran.

Kaleessa galgala, gabaa how’aa aanaa waajir keessa jiru tokko keessatti ture – konkolaataan dhuka’aan guutume sun ka dho’e.

Aangawoonni naga-eegumsaa fi namoonni ijaan argan akka jedhanitti, namoonni balaa sanaan dhuman irra-jiriin uummata siivilii, daldaltoota Suuqii fi loltoota mootummaa ti.

Haga ammaatti, qaamni haleellaa sanaaf itti-gaafatama fudhate jiraatuu baate iyyuu, aangawoonni garee Al-shabaab balaaleffatan.

Prezidaantiin Somaaliyaa haaraan – Mohaammed Abdullaahii Farmaajoo, “haleellaan kun bineensummaa Al-shabaab agarsiiisa” jechuudhaan dubbii cimaadhaan balaaleffatan

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

burqahobo

A fine WordPress.com site

Master thesis: I see you there!

Developing Identity-Preserving Embodied Interaction for Museum Exhibits

bakkalcha.wordpress.com/

Bakkalcha Oromoo 2.0 - OROMIYAA SHALL BE FREE!

Ambo The Sprit of Oromia

Ambo Ambaa Lafaa

Oromiyaa National Social Movement

Just another WordPress.com weblog

Oolma Jimmaa Daily Blog's

Oduu Oolma Siyaasa Dinagde Hawwasumma fi Aaddaa Jimma Oromiyaa fi Itiyoophiyaa argachuf.

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK MEDIA

%d bloggers like this: