#FXG Oromiyaa – Oduu adda addaa, Guraandhala 20, 2017

#oromoRevolution Gurraandhala 20,2017 Godinota Wallaggaa Keessaa Sabboontotni ilmaan Oromoo Humna Milishaa Gandaa Turan Hedduun Qeerroo Kan keeny Biyyis Keenya Beyya Keenyaa fi Lammii Keenya Irratti Qawwee Hin Kaafnu Jechuun Ejjennoo Mootummicha Qaban Ibsan.

Leenjii milishaaf laatamuun wal qabatee gaaffiiwwaan leenjii sanarraatti kaafamaa jiraniin muddamsuu keessa seenaa jiraachuu Wayyaanee kan jiru cinatti sabboontotni hedduun uuffata milishaa uffachuu diduun meeshaan waraanaa hidhachuun keenya ummata keenya tiksuuf malee itti dhukaasuuf miti jechuun dhaadhatanii jiru.Yeroo lamii keenya doorsiifnuuf ajjeefnu seenaan bor nu gaafata jechuun Onoota Ukkee Qarsaa akkasuma Onoota danuu keessatti meeshaa waraanaa galchaa jiraachuu odeesse Qeerroo ifa taasisa.Haalli kun sodaa jabaa keessa seenaisuu illee dubbatan.

Gama biraan holola dharaa Namoonni Warraaqsaan wal qabatee dhokattanii magaalaa garaagaraa keessa tamsaatanii jirtan biyyatto deebi’aa hojiitti galaa jechuun hololaa sobaa oofaa kan jirtu OPDOm adamsitee sabboontota kiyyoo isheen qabuuf akka taate hubatee namuu akka ayyaamasheen hin sochoone dhaamsa jabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo dabarsa. Via Adem Misoma


Oromiyaa baha Godina Harargee bahaa aanaa Mayyuu Muluqqee araddaa Calloo kheeysaa Liyuu Poolisiin ummata kheenya irraa Gaalaa fi Loon jidduu gara dhibba Afurii olii saamaniiru.Kaleeysaas araddaa Muluqqeetti nama karaa deemu dhukaaftee madeeysite.
Haaluma kanaan eda galgala irraa kaasee hanga ganama bariisaatti horii ummattaa hedduu saamtee Boottee bishaanii tokkoos qabdee kuchiifte.
dubartoonii horii wajjin fudhaman
1Hawwoo Bakkar
2 Ardoo Mahammad Waree
3 Halii kamal
4 Aminaa Amad
5 Haliimoo Abdi-fataah
6 Zaraa Bayyan
namoonii makinaa bottee wajjin fudhaman
Hojjataa waajjira bishaanii Jamaal Abdallaa dabalatee kan biroos kan hinbeekamnee
ABBOTIIN HORIIN DURAA FUDHAAME.
1 Hadii Mahammad Waree
2 Hassan Mammad Waree
3 Abdii-fatah Mammad Waree
4 Ibrahim bakkar
5 Mahammad Iliiyas
6 Alii Mahammad Turoo
7 Ibrahim Mummee
8 Alii Mahamud Ammad
9 Abdii Mahammud Amad
10 Hassan-walii bakkar
11 Aliyyii Bakkar Hussen
12 Abdirahman Mahmad Hussen
13 Muktar Mahammad Hussen
14 Mahammud Bakkar
15 Adee Abdulahii Ibroo
16 Ahmed nur kaliif
17 Shadiin Kaliif Ibroo
18 Rufa,a Mahammad, Via Adem Misoma

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

%d bloggers like this: