Kophii Kaayyoo tamsaasaa – Guraandhala 20, 2017

https://www.facebook.com/plugins/video.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2FQophii.Kaayyoo%2Fvideos%2F636612066527119%2F&show_text=1&width=560


#AadaaOromoo-Sirni Baalli Wal harka fudhiinsa Oromoo Booranaa Guraandhala 28, 2017 aga Bitootessaa 07,2017 ykn akka enna Habashatti (guraandhala 21-28/2009) Areeroo Gooroo ardaa jilaa BADHAASAAtti gaggeeffama. Kana wana ta’eef,Ummanni Oromoo baargama fi biyya keessaa jirtan Raaba Gadaan kabajaa fi ulfinna guddaa waliin yaamicha isan godhaniiru!

Abbaan Gadaa 70ffaan aab Guyyoo Gobbaa ardaa kanatti baalli isaa abbaa Gadaa 71ffaa Kuraa Jaarsootif kenna. Enni 70 ykn 71 tokko kun ka eegii sirni Gadaa jalqabamee adoo hin ta’inu ta eegii abbaan Gadaa Gadayoo Galgaloo sirna Gadaa ka qara jidduutti laafee ykn waaree haaressi dhaabe asiiti akka ta’ellee isan hubachiisu feena.
Gadayoo Galgalooti dura Booranni walfaana abbooti Gadaa 200 olitin akka bulee jaarroleen argaa dhageetti dhalootaaf ibsa kennanii kennas jiru.
AADAAN NAFA, NAFA ABBAATTI MIDHAAFATA!!!!!

 

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

burqahobo

A fine WordPress.com site

Master thesis: I see you there!

Developing Identity-Preserving Embodied Interaction for Museum Exhibits

bakkalcha.wordpress.com/

Bakkalcha Oromoo 2.0 - OROMIYAA SHALL BE FREE!

Ambo The Sprit of Oromia

Ambo Ambaa Lafaa

Oromiyaa National Social Movement

Just another WordPress.com weblog

Oolma Jimmaa Daily Blog's

Oduu Oolma Siyaasa Dinagde Hawwasumma fi Aaddaa Jimma Oromiyaa fi Itiyoophiyaa argachuf.

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK MEDIA

%d bloggers like this: