https://www.facebook.com/plugins/post.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fmisoma.asebot%2Fposts%2F1272110526211878&width=500


#OromoStruggle-Akka ittiin woyyaaneen rakkoo mormii ummataa isii mudate jala bayuuf malataa jirtu
=========================
Naannoo Amaaraa gara magaalaa Goondariitti Hayilamaaram Dassalenyitiif Dammaqaa Mokonnin dabalatee aangawoota ol’aanoo itti erguudhaan ummta bakka shanitti qoodanii nuuf araaramaa jedhanii kadhataa jiru gama Oromootiin ammaa gubbadhaan Obbo Lammaa Magarsaa Kijibaan akka ummata doorsisu gochuudhaan sobaa jalaan gama daangaa lamaatiin ummata keenna rasaasaan gobaa gama naannoo Finfinneetiin ammoo lafa Amaaratuu irra qubatee irraa kaasaa jedhanii duula ummata irratti bansiisaa ufii isaaniitii immoo Dubaayitti ayyana hundeeffama TPLF woggaa 42ffaa kabajachuuf asiif achi fiigu Hubadhaa woyyaaneen kana duras yeroo lama yoo rakkoon akkanaa isaan mudatu sabboona fakkeessanii OPDOma tana gama ummata ergaa ummata keenna sobaa umrii dheereffataa turanii.Akkuma mammaksi Oromoo jedhutti ” Jilba lama gubate sadaffaan naafa ” jedhama yoo yeroo sadaffaatiif kan sobamnu taate akka yeroo gabaaba keessatti sanyii ilma Oromoo lafa irraa badu hin shakkinaa kanaaf hayyootni Oromootis ta’ee ummatni Oromoo bal’aan itti beekee dammaqinna qabsoo kara fuula duratii akka tarkaanfachiisuuf akka kijiba ergamtoota woyyaaneetiin hin sobamne hunduu beekuu qaba!!!! Via Dhábasá Gemelal


https://www.facebook.com/plugins/post.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fnaftanan.gadullo.5%2Fposts%2F377853749262738&width=500


https://www.facebook.com/plugins/post.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fseenessaa.qeerroo%2Fposts%2F816630761808488&width=500


https://www.facebook.com/plugins/video.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2FeNCAnews%2Fvideos%2F950850968384902%2F&show_text=1&width=560

Advertisements