Angawaan Yunaaytid Isteets Waayee Wixinee Seeraa Dhimma Itoophiyaa

Angawaan Yunaaytid Isteets Waayee Wixinee Seeraa Dhimma Itoophiyaa ‘Kan Ministerri Haajaa Alaa Itoophiyaa Dubbatan Sirri Miti’ Jedhu

Angawaan Yunaaytid Isteets Waayee Wixinee Seeraa Dhimma Itoophiyaa
Mana Maree Yunaayit Isteetsitti bakka bu’aa ummataa Kiris Smiizii qarqaaraa ol’aanaa fi mana marichaatti dhimoota alaa jalatti damee Afrikaatii dayreektarii an ta’an Gregerii Simpiksan dubbisneerra.

Itoophiyaa laalchisee Manni Marii Yunaaytid Isteets irratti hojjachaa an ture wixinee seeraa mootummaan Itoophiyaa guutumaan fashaleessuu isaa ministirri haajaa alaa Itooohiyaa Dr. Warqinaa Gabayyoo dhuma ji’a Bitootessaa darbee keessa ibsa paarlaamaa biyyattiitii kennan irratti beeksisanis, angawaan Yunaayitd Isteets garuu “dhugaa miti” jedhan.

Mana Maree Yunaayit Isteetsitti bakka bu’aa ummataa Kiris Smiizii qarqaaraa ol’aanaa fi Mana Marichaatti dhimoota alaa jalatti damee Afrikaatii dayreektarii an ta’an Greegerii Simpiksan dubbisneerra.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

http://www.voaafaanoromoo.com/embed/player/0/3820589.html?type=audio

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

%d bloggers like this: