Godina=Arsii Magaalota Adda Addaa Keessaa Dargaggoota Sossobachuuf Jecha Wayyaaneen TPLF Maallaqa Raabsaa Jira

18057913_426198594403374_5794971126864881835_n.jpgGodina Arsii Magaalota Adda addaa keessatti mootummaan gabroomfataa Wayyaanee TPLF durfamtu Dargaggoota Oromoo Sossobachuu cimsee jira.Ebla 24/2017 Godina Arsii Magaalaa Asallaa keessatti Maqaa Ayyaana waggaa 6ffaa hidha haaromsaa jedhuun Dargaggoota walitti qabdee itti kijibaa oolte.Dargaggoonni Qeerroon Oromoo wal gahicharratti Argamanis gaafilee haala yeroo ammaa ummanni Oromoo keessa jiru ilaallatan itti roobsuun afaan qabachiise.

Nuti rakkoo bishaanii osoo hintaane Rakkoo gabrummaattu nutti jira.isin warri OPDO gaaffii ummata Oromoo deebisuu hin dandeettan.Erga biyya bulchaa jiraattanii waraana Tigreen nurratti bobbaafte nurraa yaasuu maaf dadhabdan? Ummata Oromoo mana hidhaatitti dararamaa jiru maaf hidhaadhas hin yaafne?daangaa Oromiyaa kabajsiisuu maaf dadhabdan? Nuti hanga mirgi Ummata Oromoo kabajamutti qabsoo eeggalle cimsinee itti fufna jechuun mataa isaanii gadi qabsiisanii jiru.Ayyaana kanarrattis buusii hidha haaromsaatijf buusaa jechuun miseensita isaanii irraa dirqamaan sassaabatanis Qeerroon isaan hoongessuun ufirraa deebisee jira.

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Create a free website or blog at WordPress.com.

Up ↑

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

burqahobo

A fine WordPress.com site

Master thesis: I see you there!

Developing Identity-Preserving Embodied Interaction for Museum Exhibits

bakkalcha.wordpress.com/

Bakkalcha Oromoo 2.0 - OROMIYAA SHALL BE FREE!

Ambo The Sprit of Oromia

Ambo Ambaa Lafaa

Oromiyaa National Social Movement

Just another WordPress.com weblog

Oolma Jimmaa Daily Blog's

Oduu Oolma Siyaasa Dinagde Hawwasumma fi Aaddaa Jimma Oromiyaa fi Itiyoophiyaa argachuf.

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK

NEW OROMIYAA SOCIAL NETWORK MEDIA

%d bloggers like this: