waraana-wayyaanee.jpg

Ebla 23,2017  Wayyaaneen baajeta qabdu humna Waraanaaf kennuun kan hubamteef ol ka’uullee dadhabaa kan jirtu yoo ta’u, uummataan dirqamaan akka maallaqa buusu dirquun maqaa garaagaraan tarsiimoo saamichaa baafachuutti fuulleffatte. Qabataaman wantootni hawwaasa Oromoo ona garaagaraa keessatti argamaa jiru tarsiimoon saamichaa uummatarratti diriirfamuudha. Haaluma Lixa Oromiyaa Gimbii Ona Hoomaa keessatti uummata Oromoo walitti qabuun maallaqa Gamoo dhaabaa ittiin ijaarru buusaa jechuun ganamaa galgala uummata hiraarsaa jiran.

Uummannis gochaawwaan isaanii kana balaaleffachuun bakkeewwaan jaleen Wayyaanee fii Harreen TPLF OPDOn jirtu baqachaa jiraachuun himame.

Advertisements