OROMIYAANWANOFITIABBAATUU EGATAA

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

oromiyaa

MOTTUMMA WAYYANEE Qondaaloti Wayyaanee Rakkoon OPDO Bulchiinsa Gaarii Dhabuu dha Jechuun Ummata Barsiisaa Jiru

Ebla 26,2017/ Godina Arsii lixaa Aanaa Shaallaa Magaalaa Ajjee keessatti rakkoon dhaaba keenyaa bulchiinsa gaaridha rakkoo bulchiisa gaarii hiikuuf qophii jirra.isinillee dargaggoota fi namoota kaayyoo Adda Bilisummaa Oromoo ABO galmaan gayuuf maqaa Qeerroo Bilisummaa jedhuun wal gurmeessanii Socho’aa jiran uf keessaa baaftanii akka mootummaaf kennitan mootummaan dargaggootaaf haala mijeessee jirurratti akka hirmaatan leenjifnee hojiitti galchuu barbaannaa jechuun Ummata mirga dhabeefi bilisummaa biyyaatif qabsoo godhaa jiru afaan faajjessaa Oolanii jiru.jedha Odeessi Qeerroo Aanichaa irraa arganne.

Gama biraan Godina Arsii Aanaa Muneessaatti Kaabinoonni mootummichaa itti gaafatamaan abbaa taaytaa galiiwwanii aanichaa Obbo Caalaa Tulluutin
durfamu maqaa hubannoo timaama galii gibiraa jechuun daldaltoota fi jiraattoota walitti qabuun guyyoota hedduuf ergaa siyaasaa isaanii
dabarfataa turame har’a xummurameera.

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: