Caamsaa 13/2017 #Koonsertiin_Qubee_Generation Jedhu Sabboontoota Artistoota Oromootiin Magaalaa Gudditti Oromiyaa Finfinneetti Qophaa’ee Haala Hedduu Ajaa’ibsiisaa Ta’een Kan Eegalamee, Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Finfinnee fi Uummata Oromoo Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa ishee jiraataan Tokkummaa fi Gootummaa Sabboonummaa Guddaa Qabuun Bahanii Hedduminaan irratti Argamuun Bifa Adda Ta’een Gaggeeffame.
https://www.facebook.com/plugins/video.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fnaftanan.gadullo.5%2Fvideos%2F418283408553105%2F&show_text=1&width=560
https://www.facebook.com/plugins/video.php?href=https%3A%2F%2Fwww.facebook.com%2Fdammaqaa%2Fvideos%2F1909866065705929%2F&show_text=1&width=560

Advertisements