Barataa Medicine Waggaa 6ffaa Yuunibarsiitii Jimmaa fi Barreessaa Kitaaba ‘’Hidhaa Moo Hidhannoo?’’ jedhu kan barreesse barataa Falmataa Bayeechaa Hundee Adamoo Waraana TPLF Jalaa Miliquun Biyyaa Bahe.

Barataa Medicine Waggaa 6ffaa Yuunibarsiitii Jimmaa fi Barreessaa Kitaaba ‘’Hidhaa Moo Hidhannoo?’’ jedhu kan barreesse barataa Falmataa Bayeechaa Hundee Adamoo Waraana TPLF Jalaa Miliquun Biyyaa Bahe

QEERROO

Waxabajjii 6/2017 Barataa Medicine Waggaa 6ffaa Yuunibarsiitii Jimmaa fi Barreessaa Kitaaba ‘’Hidhaa Moo Hidhannoo?’’ jedhu kan barreesse barataa Falmataa Bayeechaa Hundee yeroo dheeraaf humnoota tikaa fi Waraana komaandii Poostii wayyaaneetiin ajjeechaaf barbaadamaa kan ture afaan Diinaa jalaa miliqee bahee jiraachuu madden Qeerroo gabaasan. Barataa Falmataa Bayeechaa Hundee Gamtaa Barattoota Oromoo GBO bu’uuressuu fi hanga hoogganuutti illee gahee guddaa nama qabudha.
Sabboontota dargaggoota Qeerroo Oromoo Sochii Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa Ebla 11/2014 irraa eegaluun bifa qindaa’een qabsiisan keessa nama tokko ta’uun beekamaadha.

View original post 204 more words

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

%d bloggers like this: