Ergamtichi Wayyaanee Lammaan magarsaa maqaa misoomaatiin uummata magaalaa Naqamtee goolaa akka jiru Qeerron gabaase.

Ergamtichi-Wayyaanee Lammaan magarsaa maqaa misoomaatiin uummata magaalaa Naqamtee goolaa akka jiru Qeerron gabaase

QEERROO

Waxabajjii 9,2017/Ergamtoonni OPDO,f amanamoo ta’uun uummata oromoo nagaa dhorkaa turan ammas guutummaa golee oromiyaa keessa oliif gadi deemuun uummata oromootti gurra duuchuu isaanii itti fufanii jiru.
Haaluma kanaan murni bicuu gogaa hoolaa uffachuun uummata oromoo bukkeetti fudhatama argachuuf jecha sobaan hololuun beekamu maqaaf  peresdaantii mootummaa naannoo oromiyaa kan ofiin jedhu lammaan magarsaa torban kana guutuu godina wallagga bahaa magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee keessa oliif gadi adeemuun maqaa misooma sobaatiin uummatatti hololaan lafa dhiphisaa jiraachuu isaa  qeerroon gabaasee jira.

View original post 211 more words

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

%d bloggers like this: