Godina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa Keessaa Dargaggoonni Sabboonoo Waraana TPLFn Qabamaa Jiru.

Waxabajjii 10,2017. Dargaggoo Oromoo Jibriil Sammaan FXG Godina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aatti Bara darbe gaggeeffamaa ture adda dureedhaan kan hoogganaa ture isa jechuun wayyaaneen ji’a Sadeetii oliif barbaadaa erga turtee jirti.haata’u malee humnoota barbaacha isaa irratti bobbaafte heddummeeffachuun guyyaa kaleessaa harka diinaa galee jira.Dargaggoon kuni Loltuu raayyaa ittisa biyyaa ta’ee waggaa Afuriif hojjatee loltummaa dhiisee hojii dhuunfaa isaa hojjachuun jiraachaa kan ture ta’uunis ni yaadatama Yeroo Ammaa gara ma’aakalaawii geessaa jiraachuun maddeen keenya gabaasanii jiru

Source: Godina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa Keessaa Dargaggoonni Sabboonoo Waraana TPLFn Qabamaa Jiru.

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

Blog at WordPress.com.

Up ↑

Islamicdawa

Baga nagaan dhuftan! hunda dura galanni daangaa hin qabne Rabbiif hata'u.

OROMO TECH

ORO CYBER WIKI

Jemal Ahmed

Oromo nationalist

Upvoted

The official Reddit blog

OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

http://WWW.OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA.COM

Jetpack for WordPress

Professional WordPress Sites

KGS TV TALEFISHANKA KOONFUR GALBEED SOMALIA

Waa tvga dowlada koonfur galbeeed somalia

oumerahmedd

A topnotch WordPress.com site

oromoherald

Oromo, Oromiyaa, Oromiya

%d bloggers like this: