Waxabajjii 10,2017/Godina Arsii Aanaa Kofaleetti Wayyaaneen Ummata Oromoo Tombolaa Hidha laga abbayyaa bitaa jettee Dirqisiisaa jirti.Ummannis Hidhi laga Abbayyaa kofaleen dhufee Jalliif nuuf ta’a moo maal akka nuu godhuuf binna jedhee balaaleffachaa jira

Source: Tombollaa Hidhaa Laga Abbayyaa Bitadhaa Jedhchuun Ummanni Dirqisiifamaa Jira.

Advertisements