Post by @qeerroo.

Source: SBO Adoolessa 26/2017. Oduu, Gabaasaa FXG guutummaa Oromiyaa keessatti belbelaa jiru, Qeerroo Oromiyaa bakka bu ’uudhaan dhiheenya kana WBO Zoonii Kibbaa bira dhaquun dokmantarii tokko qopheessite interneeta irratti kan facaafte S hamarree Oromoo Furtuu lammii waliin gaaffii deebii taasifne fi SBO sagantaa Afaan Amaaraa.

Advertisements